5 Ato isani waan kana ch'ufa aka dansa beetanile, anini aka Aabbooni gosa Israeli lafa Misiri keesaa baase, ammo eegi suni worra isa ind'ugefatiini ch'ufa balleese isani qaabsiisu fed'a.