23 ibida keesaa worra baasa. Nama d'ibile ch'ufaa naha, ammo sodaad'a, woya dabi worra t'ureesele jibba.