26 Nami nama aada guutu ufi sehu eennu? Yo inni araba ufi intissine, inni ufi sobe, aadaani isaa woma imbaatu.