12 Ayyaana nama gaargala obsuuti; eegi ilaalacha dabsate, eebafi jireenna argata, ta Waaqi nama isa jaalatu d'aamate.