4 Anini nama Yerusalemu keesa taufi ka Yudale ch'ufa nyaapa iti tahe waan waaqa Baali jed'ani ka hafe ch'ufa balleese, maqa qaalole worra ta d'ara sunile deebiani inqaabatani.