17 AABBO Waaqi waan jed'u, Anini gaargala namatiini d'ufa, aka nami ch'ufti balla tahe jaanjuru. Waan worri nati ch'ubbamefi, d'iiga worraa aka bisaani lafati jissani, reefa worrale aka d'oqe lafati d'opani.