24 Waan nami akana daalleefi, Waaqi ya worra lakise, aka waan hamtu ka garaani worraa d'araufi tolchani waan ch'eera woli tolchani.