18 Dalansuuni Waaqa ya mullatte gubbaa gadi buute, daba worra hamama ch'ufa ira buute. Worri hameenna ufitiini d'uga mullachu d'owa.