10 hojja kad'ad'u ch'ufa isani qaabad'u imbeekha. Anini Waaqa kad'ad'a aka fed'i isaa gula inni na dandeesise, anini amma gara keesani d'ufu.