34 Inni nama d'ukuba gosa ch'ufa qabu fayyise, jinni heddule nama keesaa baase, isi dubbachu d'owe, waan isiini isa beetuufi.