10 Akuma Yesoni bisaani keesaa baheeni, inni gubba banamte, Lubbu bifa sabaliisa qabdu, ta isa gubba buutu, arge.