3 Tanaafi anileeni dansa sehe, aka waan kana qajeelche sii t'aafu, waan anini haguma qara dubbi tana aka dansaa ilaale barad'eefi.