3 Hojja inni looni isaa keesa korma gubani sorio baasani baase, kormi suni ha korma aabo inqamne tahu. Korma suni ha balbala Waaro Woyyuma duraani d'ufu, aka AABBO Waaqi ee jed'e isa ira fud'atu.