2 Waan atini worra Israelitini jettu: Yo nami keesani sorio AABBO Waaqaa baasu d'ufu, looni isaa taanaani, ree taanaani ha keesaa wobaasu.