15 Duuba qaallichi ha fulla mesa sunini d'ufe, mata miich'ire iraa kute, waan aka mesa suni irati gubuti, duuba d'iiga ha d'aatu waan aka mesa suniti keesaa baasaniti.