12 Eegi inni qale fooni gargari ch'ire qaallichi ha fooni suni ch'ufa matafi d'ad'ale woliini fuud'e, waan aka mesa suni ira kayuti.