6 Oduuni Dansaani eebaani d'ufte lafa ch'ufa gahuu jirti, akuma gaafa isani guyya qara eeba Waaqa d'ageetani waan isii hubattani taate.