24 Anini amma waan maro teesanii gaargaleefi gammada. Wonti akanatiifi, maro gaargala nafa kiyyatiifi, anini gaargala Kristoni maro nafa isaatiifi gaargale ka hafe hobaasa. Nafi isaa gumi isaati.