22 Ammo amma maro duisa nafa Ilma isaatiifi Waaqi ya ufiti isani araarse aka isaani qulqulleese qit'oomse wollaala male fuula isaa duraani d'ufu.