2 Gara gumi Waaqa ta Kolosai jirtu, oboleyaani teenna ta d'uga Kristo keesa jirtu. Waaqi Abbaani keenna eebafi nagaya isanii kenninna.