18 Inni mata nafa isaati, gumi isaati: inni yayaba gumiti, Ilma angafa ka duisa keesaa kaasani, aka inni waan ch'ufa keesa fulla qara argatu.