4 ta Yuda duula woliini iti d'aabate. AABBO Waaqi worra gosa Kanaanitiifi ka Perizi harka worrati kenne worri nama kuma kud'ani Bezekiti dabsate.