15 Isiini waan jetteeni, Anini madda bisaani fed'a. Lafti atini naa kennite lafa gamooji ta bisaani inqamne. Jennaani Kalebuni madda bisaani ta jalatifi ta gubbale kenneefi.