17 aka waan dansaa tolchitani barad'a. D'uga barbaada gula yaa, nama dabsani barbaada, ilmaani hiyyeeyi waan isii kennafi, nad'eeni hiyyeeyile dubbad'afi.