18 gumi ch'ufa guyya qara ka jia lameeso wolti yaamini, nama ch'ufa manafi balbala gosa worra gula t'aafani. Maqa nama ganni isa diddama oli ch'ufa hedani t'aafani,