8 Yo anini, Jaalalti anini garaa kiyya keesa qabu garaa Kristo Yeso keesaa d'ufte jed'e, Waaqileeni naa d'uga.