28 Nyaapa keesani insodaatiina; hojja ch'ufa jannooma, wonti kunini aka isani worra dabsatani agarsiifti Waaqati dabsacha isanii kenna!