17 Nami gari garaa dansaani waan Kristo inodeesu, ammo garaa d'iibitiini odeesa, waan haga anini hid'aansa keesa jiru na gargalchani sehaniifi.