16 Worri kunini maro jaalalatiifi waan kana tolcha, waan worri aka Waaqi arma na kaye, Odu Dansa jabeesi naani jed'e beekhufi.