6 Wonti anini hojja ch'ufa Waaqa kad'ad'u, aka wold'aqisi keenna, d'ugefacha teenna keesa, hubacha eeba ta Kristo keesa jirtu, ta hagasira guddo nuu kennu.