20 Tanaafi, oboleesa kiyya, waan kana na tolchi, maro Aabbootiifi; garaa kiyya gammachiisi, aka oboleesa Kristo keesa.