7 Daad'i muduunu worqi, ta aka akati naqani namaa qoodani, hayyichileeni woma inhambimne, akuma dansaa daad'iini nama quufse.