21 Hayyichafi worri gugurdaani dubbi tana maache, duuba hayyuuni mala Memukaniini d'aefi gula deebie.