13 Duuba hayyuuni aada toko qaba; yo waan seeratiifi ka finna hubachu fed'u, worra aada tana beekhu ch'ufa wolti yaame malaani d'aate, gorsa iraa fud'ata.