14 Lubbuuni tuni qabdo teenna, aka nu waan Waaqi nu kakhate argannu nu agarsiifti, ammalle aka Waaqi balchoomsa d'uga worra ufiti kennu himti. Guddinna isaa faarsina!