20 Waan tateefu ka hayyuuni gaafatu ch'ufa, waan qaroomatiifi yokhaani ka hubachale taanaani, jari afrani kunini nama wo himufi falfaltu lafa inni mohatu keesa jirtu ch'ufa maro kud'ani ira wo beekha.