17 Waaqi jara kaima afrani kaani beekhafi hubacha waan soomanini baratani kenneefi. Tana malele inni Danieli qalbi inni daayyafi oobjuuni himu kenneefi.