22 Ch'ubbu worra inded'ini; akuma maro ch'ubbu tiyyaatiifi na gaargalchite kana worrale gaargalchi. Anini gaargale laafe onneeni na ch'ite waan tahu wollaale.