16 Tanaafi imimaani ila na guutani. Nami garaa na jabeese ira na hambisu tokoleeni injiru. Nyaapi yayu na had'e, wonti toko ka worra kiyyaa hafe injirtu.