14 Inni ch'ubbu tiyya ch'ufa hubate wolti qabe, morma kiyyati kae jennaani ulfinni isi na lellese. AABBO Waaqaati askarti nyaapa kiyyati na kenne, tanaafi anini waan tau d'abe.