11 Nami isi keesa jiru waate waan nyaatu barbaade; worri hori qara olkeeyate waan nyaatuni aka indoone jijirate waan jed'e, Ee AABBO, badi teenna ilaali.