8 AABBO Waaqi waan jed'eeni, Atini aka hojattuuni tiyya Ayubuni nama d'uga qajeela Waaqa sodaate waan hamtu lagatu agarte? Lafa keesa nami aka isa injiru.