10 Atini isaafi worra isaatiifi waan inni qabu ch'ufa jabeesite intissine? Atini huji harka isaa ch'ufa eebifte, hori isaa lafa ira indabarsine?