8 Aabbo Yeso d'ugeesu inch'eerfatiini; ana ka maro isaatiifi hid'anile inch'eerfatiini. Ammo, maro Odu Dansaatiifi gaargala obsi, akuma Waaqi jabeenna sii kenne.