2 Gara Timotheo, ilma ani jaalad'u: Waaqa Abbaafi Kristo Yesoni, Aabbooni keenna, eebafi naasufi nagaya sii kenninna.