8 Waan kana ch'ufa qabaachu maltani; yo waan kana ch'ufa qit'e ufi keesa qabaattani, beekhuma Aabbo Yeso Kristo keesa jabaattani mid'aani baaftani.