9 Nami ch'ufti waan gaafa nu gara keesani d'umne, ka isani aka dansa nu bulchitani, dubbata, aka isani waan harkaani boch'ani lakiftani Waaqati deebitani, Waaqa d'uga ka jiru hojattani,