Aanlyn Bybel

- Advertensies -




ፊልጵስዩስ 4:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 እስን ዋን ነራ በረተን ዮካን ነራ አርገተን ዮካን ነራ ዸጌሰን ዮካን ነረት አርግተን ሁንደ እስንስ አከሱመ ጎዻ። ዋቅን ነጋ እስን ወጅን ንተአ።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Wanta ana irraa bartan, ana irraa fudhattan, ana irraa dhageessan, utuun hojjedhuus waan argitan, isinis akkasuma godhaa! Waaqayyo inni nagaa kennu isinii wajjin in ta'a*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Isin waan narraa barattan yookaan narraa argattan yookaan narraa dhageessan yookaan narratti argitan hunda isinis akkasuma godhaa. Waaqni nagaa isin wajjin ni taʼa.

Sien die hoofstuk Kopieer




ፊልጵስዩስ 4:9

Volg ons:

Advertensies


Advertensies