ፊልጵስዩስ 4:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ዋን ሁንዱማ ኬሰት ዋቀ ከዸቹፊ ዋመታን፣ ገለተ ወጅንስ ጋፊኬሰን ዋቀት ዽኤፈዻ መሌ ዋን ቶኮሌ ህንያደእና። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Waan hundumaatti, kadhataa fi himataan galataa wajjin wanti isin barbaachisu Waaqayyo duratti akka beekamu godhaa malee, waanuma tokkotti yaaddoo hin qabaatinaa*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Waan hundumaa keessatti Waaqa kadhachuu fi waammataan, galata wajjinis gaaffii keessan Waaqatti dhiʼeeffadhaa malee waan tokko illee hin yaaddaʼinaa. Sien die hoofstuk |