ፊልጵስዩስ 4:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ያ ህዸተ ዹጋ፣ ዱበርቶትን ኩኔን ቀሌምንጦሲፊ ወረ ነ ወጅን ሆጄተን ከኔን መቃንሳኒ ክታበ ጅሬኛ ኬሰት በሬፈሜ ካን ወጅን ዋን ሆጂ ወንጌላ ኬሰት ነ ወጅን ደዸበኒፍ አከ አት እሳን ገርጋርቱፍ ስን ከዸዸ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Atis yaa amanamaa hiriyaa ko, dubartoota kana akka gargaartu sin kadhadha; isaan kun, Klemens, warri kaan hojii irratti hidhata koo warri ta'an, warri jireenya argachuudhaaf maqaan isaanii macaafa jireenyaa keessatti caafame, dorgomee hojii wangeelaatti anaa wajjin dhama'aa turan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Yaa hidhata dhugaa, dubartoonni kunneen Qaleeminxoosii fi warra na wajjin hojjetan kanneen maqaan isaanii kitaaba jireenyaa keessatti barreeffame kaan wajjin waan hojii wangeelaa keessatti na wajjin dadhabaniif akka ati isaan gargaartuuf sin kadhadha. Sien die hoofstuk |